Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Baakkoo Sanyii Ruuzii Cawwaaqaa Baay'isaa jira
Inisheetiivii akka naannoo keenyaatti karoorfamee hojjatamaa jiru keessa omishni Ruuzii isa tokko. Inisheetiivii kana milkeessuufis giddugaleessichi sanyii Ruuzii filatamaa omishaa fi omishtummaan isaa olaanaa ta'e baay'isaa jira.