Mana Maree Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa Oromiyaatti Kilaastarri Kibba Lixaa Oromiyaa Gamaggama Hojii Inisheetiiviiwwan Qonnaa Geggeesse

  • 03 Jul 2024
  • Posted by adminresearch1
  • 0 Comments

Milkaa’ina karoora inisheetiiviiwwan qonna naannoo keenyaa galmaan gahuu keessatti shoora olaanaa kan qaban keessaa Mana Maree Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa oromiyaatti Kilaastarri Kibba Lixaa miseensota Mana Maree, qooda fudhattootaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu waliin Waxabajjii 24/2016 Magaalaa Jimmaatti gamaggama raawwii hojii Inisheetiiviiwwan Qonnaa bara 2016 hojjetamaa turan irratti gamaggama geggeesseera. Dabalataanis, Karoora hojii Inisheetiiviiwwan Qonnaa bara 2017 irratti mari'achuun kallattiiwwan hojii kaa'uun walgayichi milkiin goolabameera. Walumaagalatti, gamaggamni Kilaastaroota hundaan geggeeffamaa jiru kun marsaa 4ffaafi.