Sanyiin Biqiltuu Bunaa Fooyya'aan Baay'ataa Jira

  • 10 Jul 2024
  • Posted by adminresearch2
  • 0 Comments

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Beeddellee sanyii fooyya'aa biqiltuu Bunaa (Coffee seedlings) akaakuu garaagaraa 40,000 ol deeggarsa Piroojektii Fooyyessa Sirna Nyaataa (FSRP)'n baay'isaa ture qonnaan bultoota Kilaastaraan aanota Dhidheessaafi Beeddelleetti Buna omishaniif raabsuuf qophii xumuree jira.