Hanqina Sanyii Filatamaa Furuuf Qorannoon Geggeeffamaa Jiru Daraan Abdachiisaadha
Hanqina sanyii filatamaa furuuf qorannoo geggeeffamaa jiruun bu'aan qabatamaan argamaa jira. Haaluma kanaan bara kana Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Haroo Sabbuu sanyii Boqqoolloo BH-661 lafa heektara 4 irratti baay'isaa jira.