Sanyii Haaraa Baasuuf Qorannoon Geggeeffamaa Jiru Abdachiisaadha

  • 28 Oct 2024
  • Posted by adminresearch2
  • 0 Comments

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Fadiis sanyii Suufii (Sunflower) haaraa baasuuf Buufata Qorannoo Bokkoo irratti yaalii geggeessaa jiruun milkaa’aa jira. Haaluma kanaan sanyii Suufii gosa shan irratti qorannoon geggeeffamaa jiru haala abdachiisaa irratti argama.