Hanqina Sanyii Mudatu Furuuf Sanyiin Bu’uuraa Baay’achaa Jira

  • 02 Sep 2024
  • Posted by adminresearch2
  • 0 Comments

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Beeddellee hanqina sanyii mudataa jiru hundeerraa furuuf sanyiiwwan bu'uuraa deeggarsa Pirojektii  FSRP fi AGRA'n baay'isaa jira. Sanyii Bu'uuraa Aatoo Boonsituu (soybean) fi Ruuzii (Rice) buufata Qorannoo Dhaayee irratti baay’ataa jirus haala gaarii irratti argama.