Yaalii Fooyyessa Sanyii Bunaarratti Geggeeffamaa Jiruun Milkaa'inni Argamaa Jira

  • 09 Aug 2024
  • Posted by adminresearch2
  • 0 Comments

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Haroo Sabbuu yaalii fooyyessa sanyii Bunaa irratti geggeessaa jiruun milkaa'aa jiraachuu beeksise. Haaluma kanaan hojiilee qorannoo madaksaa Bunaa irratti hojjatamaa jiruunis bu'aa gaariin argamaa jira.