Hanqina Sanyii Mudatu Furuuf Sanyiin Bu’uuraa Baay’achaa Jira
Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Beeddellee hanqina sanyii mudataa jiru hundeerraa furuuf sanyiiwwan bu'uuraa deeggarsa Pirojektii FSRP fi AGRA'n baay'isaa jira. Sanyii Bu'uuraa Aatoo Boonsituu (soybean) fi Ruuzii (Rice) buufata Qorannoo Dhaayee irratti baay’ataa jirus haala gaarii irratti argama.